Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jilli Ertraa Guyyaa Sadiif Masrii Keessaa Turee Deebi'ee Jira


Prezidaantiin Ertraa Isaayaas Afawirqii har'a masaraa mootummaa magaala Kaayiroo jiru keessatti gita isaanii Abdulfattah Ei Sisii waliin dubbachuu isaanii ministeerri odeeffannoo Ertraa Yemaanee Gabre Masqal ibsanii jiru.

Hariiroo biyyoota lameenii jajjabeessuu fi dhimmootii misooma kutaa irratti mari'atan jedhamee jira.

Jilli prezidaantii Ertraa Isaayaas Afawarqiin durfamu kun Masrii keessa guyyaa sadiif eega turee booda har'a waaree booda gara biyya ofitti deebi'uun ibsamee jira.

XS
SM
MD
LG