Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Keessatti Namnii 155 Ajjeefameera: Komishinar Araarsaa Mardaasaa


Ajjeefamuu Artiist Haacaaluu Hundeessaa sana booda haallii jiru gara namoota dhunfaa miidhu irratti jijjiramee jechuun Komishinar Araarsaa Mardaasaa ibsanii jiru.

Oromiyaa aanaalee 320 keessatti namoota nagaa irra midhaan dhaqqabuu, ajjeefamuu fi qabeenyaan 40 ta'an barbadaa'uu ibsan.

Komishinara Araarsaan akka jedhanti namoonni kun dullaa, dhagaa, sibiila qonnaa fi bombiin kan ajjeefaman ta'u fi kannee badii kana geesisan polisiin qorataa akka jiru dubbatan.

XS
SM
MD
LG