Xurree ittiin seenan

Breaking News

Poolisiin Lammiiwwan Keeniyaa Kanneen Haqaaf Iyyachuuf Wal Ga’an Gaazii Imimmaansu Biifuun Bittimse


Keeniyaa Naayiroobii kutaa irra jaireessi hiyyeeyyii ta’an keessaa uummati dhibbaan laka’amu kaleessa hiriira mormii geggeessuu dhaan hookkara poolisiin oofu fi tajaajila bu’uuraa dhabuu ilaalchisee mormii dhageessisaa oolan.

Hiriirtonni kun ennaa isaan iyyata isaanii waajjira prezidaantiitti dhiyeeffachuuf adeemanitti Poolisiin gaazii imimmaansu biifuu dhaan kara itti cufe.

XS
SM
MD
LG