Xurree ittiin seenan

Breaking News

Addi Bilisummaa Uummata Tigraay Ibsa Baasee Jira


Addi Bilisummaa Uummata Tigraay(TPLF) lammiwwan Itiyoophiyaa fi hawaasnii addunyaa mootummaa Itiyoophiyaa aangoo irraa kaasuuf gargaarsa akka godhaniif gaafatee jira.

Ibsa baasee kanaanis mootummaan Dr. Abiyyi Ahmad abbaa irreeti akkasumas tokkummaa Itiyoophiyaaf sodaa dha jedhee jira.

Hidha laga Abbayyaa kan ilaaleenis fedhii Itiyoophiyaa eegsisuu hin dandeenye jechuun himate.

Angawoonni bulchiinsa naannoo mootummaa Oromiyaa fi kanneen biroon jeequumsa dhiyeenya kana Itiyoophiyaa keessatti ka'e fi ajjeechaa wellisaa Oromoo beekamaa Haacaaluu Hundeessaa keessaa mootummaa bulchiinsa naannoo Tigraaytu duuba jira jechuun himatu jedha ibsii ba'e kun.

XS
SM
MD
LG