Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Mormii Hawaasni Oromoo Biyyoota Alaatti Geggeessaa Jiru


Hiriira mormii hawaasa Oromoo, Landan, Biriteen, Adoolessa 3, 2020

Erga artiistiin Oromoo beekkamaan Haacaaluu Hundeessaa ajjeefame qabe lammiiwwan Oromoo biyyoota alaa keessa jiraatan hiriira ajjeechaa kana akkasumas, hidhaa fi dhiittaa mirga dhala namaa Oromiyaa keessaa jira jedhan balaleeffatu geggeessuu itti fufaniiru.

Hiriirawwan as Yunaaytid Isteets; magaalota adda addaa akkasumas Noorwaay fi biyyoota kaanitti tibbana geggeefaman irratti Tigist Gamee gabaasa qabdi.

Hiriira Mormii Hawaasni Oromoo Biyyoota Alaatti Geggeessaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:52 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG