Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensoni Koree Giddu Galeessa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay To’annaa Jala Ooluutu Gabaasame


Gabaasaaleen naannoo Tigraay irraa argaman angawoonni koree giddu galeessaa TPLF fi hoogganaan waajjira paartichaa ka Finfinnee keessaa Teweldee Gebretsaadqaanii fi itti aanaa daayirikterri waajjira seeraa fi qorannaa murtii haqaa Tesfaalem Yehdego jeeqama Itiyoopiyaa keessaa kan yeroo ammaatti hidhata qabu jedhamuun to’annaa jala ooluu beeksiseera.

XS
SM
MD
LG