Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormiin Gaggeeffamu Daldala Irratti Rakkoo Fidee Qaba


Faayilii - Gabaa ganda keessaa, Magaala Haraar
Faayilii - Gabaa ganda keessaa, Magaala Haraar

Oromiyaa keessatti jeequumsa uumamee irraa kan ka'e Itiyoophiyaa gama bahaa keessattiwaan gabaadhaa bitatanii fi tajaajiila adda addaa irratti dhiibbaa qabaachuun isaa beekamee jira.

Itiyoophiyaa gama bahaa keessatti kanneen hiriira ba'an daandilee waan cufaniif akkasumas daldaltonni Kudraa fi Mudraa haleellaan gaggeeffamuu mala sodaa jedhuundhiyeessuu hin dandeenye.

Kun immo hanqiina dhiyeessii fi qaala'iinsa gatii hordofsisuu isaa Addis Chekol Dirree Dawaa Irra gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG