Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Badhaadhinaa Obboo Lammaa Dabalatee Namoota Sadi Koree Gidduu Irraa Uggure


Paartiin badhaadhinaa Oromiyaa gumii gamaagamaa waggaa lama xumuura irratti gaggeessee kanaan hogganoota sadarkaa olaanaa sadii miseensummaa koree giddu irraa yeroof ugguruu isaa beeksisee jira.

Isaanis waggaa lama dura ADWUI keessatti jijjirama tarkaanfachisuun beekamoo kan turan Obbo Lammaa Magarsaa,Aaddee Xayibaa Hassan fi Dr. Milkeessaa Miidhagaa ta'uun ibsamee jira.

Ol aantummaa seeraa adda addummaa tokko malee hojii irra oolchuunis murtii guddaa ta’uu itti gaafatamaan hariiroo uummataa ka paartichaa Obbo Taayyee Danda'aa beeksisanii Jiran.

Gabaasa guutuu caqasaa

Paartiin Badhaadhinaa Obboo Lammaa Dabalatee Namoota Sadi Koree Gidduu Irraa Uggure
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00


XS
SM
MD
LG