Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Gaggeessuun Ni Danda'ama:Ministeera Eegumsa Fayyaa


Ministeera Eegumsa Fayyaa, Dr Liyaa Taaddasaa
Ministeera Eegumsa Fayyaa, Dr Liyaa Taaddasaa

Facaiina dhukkuba Koviid-19 ittisuuf haal dureen barbaachiisan guutamnaan Itiyoophiyaa keessatti filannoo aggeessuun kan danda'amu ta'u ministriin eegumsa fayyaa Itiyoophiyaa har'a beeksisee jira.

Walgahii haatattamaa manni maree bakka bu'oota uummataa har'a waamee irratti kan kana beeksiisan Dr Liyaa Taaddasaa aguuggii afaanii fi funyaanii qabaatanii fageenya barbaachisuu eeggannaan akkasumas qulqulliina ofii eegnaan manneen barnootaas banamuu akka danda'an hubachiisa,

Angawoonni murtii dabarsaniin guutummaa Itiyoophiyaa keessatti barattonni Miliyoona 26 vaayrasiin Koroonaa akka hin facaanef barnoota addaan kutanii mana ofii keessa olaa jiru

Yaada dhiyaate kanas manni maree koreedhimma nagaa fi Dimokraasitti dabarsuunibsamee jira.

Itiyoophiyaa keessatti sababaa weerara vaayrasii Koronaaf jecha filannoon guutuu biyyaa yeroo biraatti dabarfamuun ni yaadatama.

XS
SM
MD
LG