Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Booranatti Qalma Horii Qulqullina hin Qabneen Nami ni Dhukkubsata’ Waajjira Qabeenya Beeyldaa


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Torban achi aanu kana Godina Booranaa Aanaa Dhaasitti warri foon gaala dhukkubsatee nyaate namootni 100 ol dhukkuba gara garaaf saaxialamanii jiran.

Ogeessi Fayyaa Aanaa Dhaas namootni kun yaala fudhatanii goomanii jiru jechuun himanii Booranatti Foon horii akkasumaan qalanii nyaachuun rakkoo fayyaaf namoota hedduu saaxialaa ture jedhu.

Waajjirri Qabeenya Beeyladaa Godina Booranaa waan kanaarratti hawaasa barsiisaan jira jedha; Galmoo Daawit dabalata qaba.

‘Booranatti Qalma Horii Qulqullina hin Qabneen Nami ni Dhukkubsata’ Waajjira Qabeenya Beeyldaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:49 0:00


XS
SM
MD
LG