Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi Ministeeraa Abiy Ahimed Paartilee Siyaasaa Waliin Marii Geggeessan 


Muummichi ministeeraa Abiy Ahimed kaleessa paartilee siyaasaa waliin marii geggeessanii jiran. Waltajjiin wal fakkaatu kana dura geggeessamuu dhaan waraqaaleen qorannoo bakka buutota paartileen dhiyaachuun ni yaadatama.

Muummichi ministeeraa waltajjii kana irratti gaaffii dhiyaateef deebii kennaniiru. Kanneen gaaffii dhiyeessan keessaa tokko dura taa’aa gamtaa dimokraatawaa Oromoo obbo Sulxaan Qaasim turan. Yeroo itti hoogganoonni siyaasaa fi namoonni hedduun hidhamanii kaanis ajjeefamanitti waltajjii akkasii qopheessuun qofti fuula duratti adeemsisuu ni danda’a isa jedhuuf muummeen ministeeraa Abiy kan seraan ala hidhame hin jiru, haasaan akkasii haasaa gandaa ti, kan badii dalage seeraan hordofamaa jira jechuun dubbachuu isaanii ibsaniiru.

Muummichi Ministeeraa Abiy Ahimed Paartilee Siyaasaa Waliin Marii Geggeessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:22 0:00


XS
SM
MD
LG