Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rooba Hamaa fi Balaa Inni Geesisee


Lolaa lagni Awaash Mataahaaratti geechise
Lolaa lagni Awaash Mataahaaratti geechise

Itiyoophiyaa keessatti baatii ganna darbee kana robii jabaan argame lageen guutanii akka cabsanii dhangala'an gochuun rakkoon uumee jira.Rakkoon kun uummata 580.000 irratti amma iyyu dhiibbaa jireenyaa geesisuun ibsamee jira.

Balaa kanaan uummanni gara 217,000 ta'u qe'ee ofii gadhiisee godaanuun ibsamee jira.

Mootummaan gargaarsii adda addaa kennamaa akka jiruu fi kan itti fufuu ta'u isaa beeksisee jira.

Rooba Hamaa fi Balaa Inni Geesisee
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:40 0:00


XS
SM
MD
LG