Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Irreechaa Bara Kanaa Finfinnee fi Hora Harsadiitti Ayyaaneffama  


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Ayyaanni Ireechaa kan Hora Finfinnee fi Hora Harsadii, Fulbaana 23 fi 24 kan ayyaaneffamu tahuu Gumiin Abbotii Gadaa Oromoo har’a beeksisee jira.

Sababa tatamsa'ina Vaayirasii Koroonaa irraa kan ka’e bara kana namoonni akka baroota kaanii hedduminaan walitti bahanii kabajuun waan hin danda’amneef namoota muraasaan ka kabajamu tahuullee itti dabaluun hubachiisee jira – Gumiin Abboota Gadaa Oromoo kun.

Namoonni otuu hin walitti hin heddummaatiin ardaa naanno isaanitti babahuun akka kabajatanillee waamicha dhiheesse.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ayyaanni Irreechaa Bara Kanaa Finfinnee fi Hora Harsadiitti Ayyaaneffama
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:46 0:00


XS
SM
MD
LG