Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waliigaltee Paartiilee Dhiheenya Mallatteessametti Otuu Hin Hirmaatiin Akka Hirmaanneetti Maqaan Keenya Dhahame: KFO


Faayilii - Dr. Mararaa Guddinaa
Faayilii - Dr. Mararaa Guddinaa

Waliigalteen dhaabbilee siyaasaa Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessai socho’aan jidduutti dhiheenya tolfameen ilaalchisee, osoo nuti itti hin hirimaatiin akka qaama waliigaltee sanitti hirmaateetti maqaan keenna kaafamuun sirri miti jechuun Kongiresiin Federaalistii Oromoo KFOn komatee jira.

Paartiin Uummata Affaar gama isaaniitiin waliigaltichi kan hunda hirmaachisuu dhabuun isaa sirri miti jedha. Paaritiin Badhaadhinaa Itiyoophiyaa ammoo deebii kenneen akkaa jedhetti, haala itti waliigaltichi hunda hirimaachisu irratti hojjatamaa jira jedhee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Waliigaltee Paartiilee Naannoolee Lamaa Dhiheenya Mallatteessametti Otuu Hin Hirmaatiin Akka Hirmaanneetti Maqaan Keenya Dhahame, Jedha KFOn
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:40 0:00


XS
SM
MD
LG