Xurree ittiin seenan

Breaking News

Masqalli Sanbata Dabre Finfinneetti Bakka Namoonni Muraasni Argamanitti Ayyaaneffame 


Ayyaanni Masqalaa bara 2013 abboootiin amantaa fi keessumoonni lakkoobsaan muraasa ta'an bakka argamannitti magaalaa Finfinnee, Addababayii Masqalaatti Sanbata darbe kabajame. Itti aantuu kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee “Masqalli fakkeenya tokkummaa fi waliin jireenyaa ti,” jedhan .

Paatiraariyaarkiin amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidoo qulqullichi Abuune Maatiyaas gama isaaniin ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Gabaasaa guutuu caqasaa

Masqalli Sanbata Dabre Finfinneetti Bakka Namoonni Muraasni Argamanitti Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:20 0:00


XS
SM
MD
LG