Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeefamuu Artist Haacaaluun Wal-qabatee Yakka Raaw’atame Qoradhee Xumura: Abbaan Alangaa  


Artiist Haacaaluu Hundeessaa
Artiist Haacaaluu Hundeessaa

Ajjeeffamuu Artist Haacaaluu Hundeessaan walqabatee yakkoota raaw’ataman irratti qorannoon naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa ture xumuramuu isaa Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa beeksise.

Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa fi Abbaan Alangaa Waliigalaa Oromiyaa waloon dhimmicha irratti ibsa laataniiru. Kanaanis, galmeen himataa 488 namoota kuma 5 fi 728 irratti himatni banamuu ibsaniiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Ajjeefamuu Artist Haacaaluun Wal-qabatee Yakka Raaw’atame Qoradhee Xumura: Abbaan Alangaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:05 0:00


XS
SM
MD
LG