Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee Bakka Namni Haga Xiqqaan Argametti Kabajame

Ireecha Hora Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2020
Ireecha Hora Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2020

Irreechi Hora Finfinnee ka bara kanaa haala ammaan dura kabajamee ture irraa addatti namoota haga xiqqaa fi miira qabbanaa’aadhaan kabajamee oole.

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee Bakka Namni Haga Xiqqaan Argametti Kabajame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:07 0:00

Ayyaaneffannaa Irreechaa kana irratti namoonni baajii mootummaan qopheesseen seenaa turan.

Kanneen baajii malee hin seentan jechuun dhowwamanis gabaasaan VOA argee jira.

This item is part of
XS
SM
MD
LG