Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Ertraa Itiyoophiyaa Seenanii Jiru


Mummichi ministeeraa Abiyyi Ahmad har'a dirree xayyaaraa Abbaa Jifaariiti argamuun prezisaantii Ertraa Isaayyaas Afawarqii simatan.

Obbo Isaayyaas dawannaa hojii guyyaa saiif Itiyoophiyaa kan seenan yoo ta'u jila Ertraa kana keessa ministeera haajaa alaa biyyatti Osman Saleeh fi gorsaa prezidaant Isaayyaas kan ta'an Yemanee Gebraab keessatti argamu.

Hogganoonni lameen dhimmootii walii fi kutaa irratti dubbatu jedhamee eegama

XS
SM
MD
LG