Xurree ittiin seenan

Breaking News

Uummanni Tigraay Uummata Itiyoophiyaati, Dhimmi Namoota Muraasa Tigraay Keessa Jiranii Garu Seeraan Hiikoo Argata: Mummichi Ministeeraa Abiyyi Ahmad 


Mummicha Ministeeraa Itoophiyaa, Abiyyi Ahmad  (Suuraa faayilii)
Mummicha Ministeeraa Itoophiyaa, Abiyyi Ahmad  (Suuraa faayilii)

Mana maree bulchiinsa naannoo Tigraay, qaamotii hoji raawwachiiftuu sadarkaa ol aanaa fi mootummaa federaalaa gidduu kan jiru hariiroon rakkisaa ta’e seera qofaa bu’uura godhatee kan furamu ta’uu Muummichi ministeeraa Abiy Ahimed dubbataniiru.

Yeroo ammaas ol aantummaa biyyaa eeguuf qophee ga’aan akka jiru illee miseensota mana maree bakka bu’otaa uummataa mirkaneessan.

Biyyattiin waggaa darbe guddina dinagdee dhibba irraa harka 6.1 galmeessisuu ishee ibsaniiru.

Gabaasa Meleskachoo Ammahaa caqasaa.

Uummanni Tigraay Uummata Itiyoophiyaati, DhimmiNamoota Muraasa Tigraay Keessa Jiranii Garu Seeraan Hiikoo Argata: Mummichi Ministeeraa Abiyyi Ahmad
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:41 0:00


XS
SM
MD
LG