Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Bakkawwan Adda Addaatti Namoonni Ajjeefamuu Tu Dubbatama 


Naannoo Oromiyaa bakkawwan adda addaatti namoonni ajjeefaman akka jiran hawaasa keessaa dubbatamaa jira.Awwadaay, Shaashemannee fi Sabbataan bakkawwan ajjeechaaleen kun itti raaw’ataman jedhan keessatti argamu.

Kana ilaalchisuun ka deebii kenne Biroon Bulchiinsa fi Nageenya Naannoo Oromiyaa gama isaatiin ajjechaan Awadayitti raaw’atame doggoggora ta'uu kana mane yoo tahu kan Shaashamaneetti raaw’atame garuu, tarkaanfii seera kabajisisuuf fudhatame, jedhee jira.

Ajjechaa Sabbataatti Luba Amantii Waldaa Kiristaanaa Ortodooksii ammoo rakkoo wal gidduutti uumame irraa ka madde tahuu eeruun, “namoonni ajjeechaa kanatti shakkamanis to’annoo jala oolfamanii jiran,” jedhe.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Oromiyaa Bakkawwan Adda Addaatti Namoonni Ajjeefamuu Tu Dubbatama
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:43 0:00


Yaadawwan Ilaali (18)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG