Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dura Taa’aan Paartii Dimokraasummaa Tigraay Tarkaanfiin Waraanaa Ennaa Fudhatamu Uummati Akka HIn Miidhamne Gaafatan


Dr. Aregaawwii Berihee
Dr. Aregaawwii Berihee

Dura taa’aan paartii dimokraasummaa Tigraay Dr. Aregaawwii Berihee tuuta oduuf ibsa kennanin hoogganni IWEHAT tarkaanfii mootummaan fudhataa jiru waraana uummata Tigraay irratti geggeessamu fakkeessuun olola dhugaa irraa fagaate jedhan.

Maatii isaanii gara biyya alaati erganii uummata Tigraayiifan quuqama jechuun fudhatama hin qabu jedhan.

Fedhiin uummatichaa dhiibbaa jalaa ba’ee fedhiin uummataa Tigraay keessatti akka dhugoomu kanaafis akka hojjetan Dr. Aregaawiin beeksisaniiru. Tarkaanfiin waraanaa fudhatamus uummata irra miidhaa akka hin geessisne of eeggannoo akka godhu motummaaf waamicha dabarsaniiru jechuun Mesfiin Argaagee gabaaseera.

XS
SM
MD
LG