Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baaydin Gara Biyya Bulchutti Ceena Jedhu, Traamp Immo Sagalee Kenname Shiratu Mudatee Jedhu


Filannoo prezidaantummaa Kan Yunaaytid Isteets irratti shiiratu hojjatamee jechuun prezidaant Traamp falmii seeraa dhiyeessaa jitu. Joo Baaydin immo filannoon injifadheen jiraa, kanaaf gara biyyatti bulchuutti ce'aan jira jedhan. Garee dhukkuba Koviid - 19 irratti gorsa kennus hundeessanii jiru.

Filannoon prezidaantii Amerikaa kan gaafa Sadaasa 3 bara 2020 gaggeeffame biyyattiin iddoo lamatti qoodamuu mirkaneessee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Baaydin Gara Biyya Bulchutti Ceena Jedhu, Traamp Immo Sagalee Kenname Shiratu Mudatee Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:24 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG