Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii Qellem Wallaggaa fi Wallagga Lixaa Bakkawwan Haga Tokko Keessatti Addaan Cituu Tu  Dubbatama 


Magaala Dambi Dooloo (Suuraa faayilii)
Magaala Dambi Dooloo (Suuraa faayilii)

Godinaa Qellam Wallaggaa fi Wallagga Lixaa aanalee fi magaalaalee tokko tokko keessatti tajaajilli bilbilaa fi interneetii addaan cituu isaatiin maatii keenya argannee dubbisuu irraa danqamne jedhan, namoonni hagi tokko.

Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Geetaachoo Baalchaa ammoo "Tajaajilichi addaan cituusaa quba hin qabu,” jedhan. Dhimma kanarratti hooggantoota Itiyoo-Telekom irraa deebii argachuuf yaaliin goone ammaaf hin milkoofne.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii Qellem Wallaggaa fi Wallagga Lixaa Bakkawwan Haga Tokko Keessatti Addaan Cituu Tu  Dubbatama
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:29 0:00


XS
SM
MD
LG