Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Talaaliin Kun Itti Kennamuu Eegaan Ture: Ogeessa Fayyaa


Obbo Nigusee Riqituu, Narsii (RN,BSN)
Obbo Nigusee Riqituu, Narsii (RN,BSN)

Yunaaytid Isteetes keessatti talaaliin farra dhukkuba Koviid-19 Wiixata Muddee 14 bara 2020 kaasee kennamuu jalqabee jira.

Yeroo talaaliin kennamuu jalqabetti lakkoofsii namoota Amerikaa keessatti dhukkuuba Koviidiin dhumanii 300,000 ga'e ture.

Kutaa Yunaaytid Isteetes kan taatee Laas Veegas magaalaa Navaadaa keessa kan jiru hospitaala "Saan Maartin" jedhamu keessatti Narsii (RN,BSN) ta'uun kan hojjataa jiran Obbo Nigusee Riqituu warra talaalii kana fudhate keessaa tokko. Erga talaalicha fudhatanii boodas mallattoo addaa ykn rakkoon isaan mudatee akka hin jirre dubbatan.Namnii martii sodaa tokko malee talaalii kana akka fudhachuu qabu Gorsan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Guyyaa Talaaliin Kun Itti Kennamuu Eegaan Ture: Ogeessa Fayyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:46 0:00


XS
SM
MD
LG