Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Hogganoota Bulchiinsa Naannoo Amaaraa Irratti Har'a Ragaan Dhaggeeffatame


Faayilii - Pirezdaantii naannoo Amhara duraanii Ambaachew Mekonnin
Faayilii - Pirezdaantii naannoo Amhara duraanii Ambaachew Mekonnin

Waxabajjii 15 ajjeechaa gaggeeffamee waliin wal qabatee Obbo Yohannis Buwaa Yaaleew mana murtii duratti dhiyaachuun jecha isaanii kennanii jiru.

Obbo Yohannis yeroo sana waajiira paartii Demookraatawaa Amaaraaf itti gaafatamaa kan turan yoo ta'u yeroo ajjeechaan suun rawwatamees achi turan jedhamee jira.

Kanaafis jecha ituu ajjeechaan suun hin rawwatamiin dura haala turee kaasee hanga guyyaa ajjeechaa sanaatti haala jiru ibsan.

Ajjeechaa kana waliin wal qabatee namoota himataman 55 keessaa 47 qofaatu har'a dhiyaate jedhamuun gabaafamee jira.

XS
SM
MD
LG