Xurree ittiin seenan

Breaking News

Heeraa fi Demokraasii Amerikaa Balaa Irraa Oolchuu Qaba: Peloosii


Afaan yaa’iin Mana-maree Yunaayitid Isteetis – Naansii Peloosii Mana-maree Bakka-bu’ootaa biyyattii akka Kaabineen Prezidaant Traamp fooyyessa heeraa 25ffaatti fayyadamuun prezidaanticha taayitaa irraa kaasu ka yaada dhiheessuuf jiru tahuu dubbatan.

Prezidaant Traamp aangoo gadhiisuu qabu yaadii jedhu kan dhufe Robii torban dabree deggerttonni Traamp mana maree bakka bu'oota uummataa cabsanii seenuun hokkara ka'een lubbuun nama 4 eega darbee booda.

Demookraatonni 180 yaada Traamp aangoo haa gadhiisan jedhu kan deggeran yoo ta'u amma iyyu ga'aa miti jedhamee jira.Yoo xiqqaate sagalee nama 218 argachuu qaban.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Heeraa fi Demokraasii Amerikaa Balaa Irraa Oolchuu Qaba: Peloosii
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:59 0:00


XS
SM
MD
LG