Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Hojii Kalaqaa Koovid 19 Ittisuuf Gargaaruun Badhaasa Argate  


Dargaggoo Habtaamuu Abbaa Foogii

Dargaggoo Habtaamuu Abbaa Foogii jedhama. Injinara Baayoomeedikaalaa Yunivarsiitii Jimmaa fi Dhaabbata Qorannoo fi Qo’annoo ofii isaa hundeesse kan “Sinbona Africa Health Care” jedhamuufis hoji-geggeessaadha.

Torban darbe keessa Dhaabbata “Africa youth Award” yokaan Badhaasa Dargaggoota Afrikaa jedhamuun beekamurraa, dargaggoota Afrikaa hojiiwwan kalaqaa, Weerara Kooviidoo-19 ittisuu danda’u gumaachuu fi hojiiwwan biroo hojjetaniin badhaafamtoota tahan 11 ka biroo wajjin badhaafamaa tahuu isaa mirkaneeffatee jira.

Dargaggoo Hojii Kalaqaa Koovid 19 Ittisuuf Gargaaruun Badhaasa Argate
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:08 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG