Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Sudaan Waliin Qabnu Duula Waraanaan Furuu Hi Feenu: Dinaa Muftii


Ministrii Dantaa Alaa Itiyoophiyaa, Ambaasaaddar Dinaa Muftii
Ministrii Dantaa Alaa Itiyoophiyaa, Ambaasaaddar Dinaa Muftii

Sudaan Sochii seeraan alaa naannoo daangaa Itiyoophiyaa irratti gaggeessitu itti fufuu ishee dubbii himaan ministrii dantaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii ibsanii jiru.

Itiyoophiyaan duula waraanaa Sudaan irratti gaggeessuu akka filannootti hin fudhattu kan jedhan Ambaasaaddar Dinaan biyyoota alaa wajjiin wal waraannee waan beeknuuf jecha waan gaariin wal waraanuu keessaa argamu akka hin jirre beekna jedhan.

Garu qaamonnii harka sadaffaa ittiin jedhan biyyonni lameen akka wal waraananii fi sana keessaa immoo bu'aa ofii argachuu fedhan jiru jechuu isaanii Mallaskaacheew Ammahaa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG