Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibsa KFO fi Deebii Mootummaa


Haala qabatamaa siyaasa biyyaa keessa jiruun filannootti hirmaachuun akkaan rakkisaadha jedhe Kongiransiin Federaalawaa Oromoo.

Motummaan immoo gama isaatiin filannoon dahatanii hidhamtoota gadhi dhisaa jechuun sirna Haqaa biyyattii balaa irra busuudha jedhee jira.

Muktaar Jamaal gam lamaanu dubbisee waan qopheesse qaba.

Caqasaa

Ibsa KFO fi Deebii Mootummaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:48 0:00


XS
SM
MD
LG