Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaabsaaleen Ertiraan Walitti Bu'iinsa Tigraay Keessaa Harka Qabaachuu Ibsuun Qooda Biyyittin Fudhatte Jedhame Irratti Gaafii Kaasisaa Jira


Faayiilii - Ijoollee gamoo xiyyitiidhan butute fundura tabatan, Bisoobar, Tigraay, Muddee 9, 2020
Faayiilii - Ijoollee gamoo xiyyitiidhan butute fundura tabatan, Bisoobar, Tigraay, Muddee 9, 2020

Ertraan wal waraansa Tigraay keessatti gaggeeffamee keessaa qoodi ishee qabdu maal akka ta'e gaaffii kaasisaa jira.Angawaan waraana Itiyoophiyaa beekamaan walitti bu'iinsa Tigraay keessa waraanni Ertraa jiraachuu mirkaneessanii jiru.Kantibaan magaalaa Maqalee inni haaraanis kana mirkaneessanii jiru.

Gama kaaniin Yunaaytid Isteetes fi taajjabdoonni alaa fakkii saatataayitii fi waan dubbatamaa ture gidduu seenuun akka dhaggeeffatanti humnootiin Ertraa wal waraansa sana keessaa harka qabaachuu isaanii ibsan.

Ertraan garu kun soba jechaa jirti.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Gaabsaaleen Ertiraan Walitti Bu'iinsa Tigraay Keessaa Harka Qabaachuu Ibsuun Qooda Biyyittin Fudhatte Jedhame Irratti Gaafii Kaasisaa Jira .
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:47 0:00


XS
SM
MD
LG