Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walgahin Biyyoota Sadeenii Waliigaltee Malee Xumurame


(Suuraa faayilii
(Suuraa faayilii

Itiyoophiyaa, Sudaan fi Masrii irraa Ministeeronni haajaa alaa fi kan waajira dhimma bishaanii dhuma torban dabree karaa gama Marsaritiin kan walgahaanii turan waliigaltee malee hafuun gabaafamee jira.

Walgahii ammaan dura irratti Sudaan hin argamiin waan hafteef inni dhumaa kun saganteeffamee ture.Marii kanas gamtaa Afrikaatu walittti qabee ture jechuun Yonaataan Zabdiwoos gabaasee jira

XS
SM
MD
LG