Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Waajjaa Xummuugaa Keessaa Manneen Barnootaa Banaman


Sochii waraanaa naannoo Tigraay keessa ture irraan kan ka’e manneen barnootaa cufamanii turan kan naannoo Waajjaa Xummuugaa keessaa banamaniiru.

Barattoonni sadarkaa tokkoffaatti afaan isaanii jalqabaan akka baratan gaaffii dhiyeaatetti aansuu dhaan manneen barnootaa utuu hin banamin boodatti harkifatanii jiran.

Manneen barnootaa kun yeroo ammaa waggoota 30 booda qooda Afaan Tigree afaan Amaaraan akka baratan ta’ee jira. Waajjaa Xummuugaa naannolee Tigraay keessaa bakka sochiin eenyummaa Amaaraa keessatti geggeessamaa ture ta’uu Mesfin Arraagee gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG