Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin IIZEEMA Qornnaan Weerara Lafaa Bulchiisi Finfinnee Dhiheesse Kan Nuti Duraan Dhiheessine Mirkaneesse, Jedha 


Magaala Finfinnee
Magaala Finfinnee

Lammiwwan Itiyoophiyaa Haqa Hawaasummaaf, yokaan Iiizeemaa ka jedhamu paartiin siyaasaa, kan kaleessa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetiin dhihaate ba’iin qorannaa weera lafaa seeraa alaa fi manneen seera ala qabatamanii, qorannaa nuti ammaan dura geggeessine mie mirkaneesse, jechuun ibsee jira.

Qorannaan Iizeemaa gochaalee jijjiiramaa booda geggeessamaniitti ka fuuleffate, ka jedhu Bulchiisichi Magaalaa Finfinnee, weerarri lafaa seeraa alaa immoo akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti bara 1997 jalqabee jabaatee geggeessamaa turuu isaa dubbata. “Izeemaan weera lafaa seeraa alaa irratti qorannaa geggeesseen ba’iin inni argadhe jedhe harka sadii irraa tokko sirrii dha,” jedha – ibsi bulchiinsa magaalaa Finfinnee.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Paartiin IIZEEMA Qornnaan Weerara Lafaa Bulchiisi Finfinnee Dhiheesse Kan Nuti Duraan Dhiheessine Mirkaneesse, Jedha
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:22 0:00


XS
SM
MD
LG