Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Finfinnee Keessatti Gamoowwan Seeraa Ala Qabatamanii Jiru, Jedha Bulchiinsi Magaalichaa 


Kantiibaa Itti aantuu magaalaa Finfinnee, Aadde Adaanach Abebee
Kantiibaa Itti aantuu magaalaa Finfinnee, Aadde Adaanach Abebee

Magaalaa Finfinnee keessa gamoowwan abbaa hin qabne 332 akka jiran mirkaneeffadheera jedhe, bulchiinsi magaalichaa.

Akka ibsa bulchiisichaatti, bara 1997 jalqabee hanga bara 2012tti, Lafti kaaree meetira Miliyoona 13 ol seera malee qabamuun isaa beekamee jira.

Qaamolee hojii seera seeraa alaa kana keessatti qooda fudhachaa turanillee akka seeraan gaafataman taasifamaa jira jedhan, Kantiibaa Itti aantuun magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abebee.

Magaalaa Finfinnee Keessatti Gamoowwan Seeraa Ala Qabatamanii Jiru, Jedha Bulchiinsi Magaalichaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:19 0:00


XS
SM
MD
LG