Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaddachi Mana-murtii Obbo Jawaar Mohammed faa Har'aa Addaan Cite


Faayilii - Obboo Baqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mohammad mana murtii Lidataa yeroo seenan, Adoolessa 16, 2019
Faayilii - Obboo Baqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mohammad mana murtii Lidataa yeroo seenan, Adoolessa 16, 2019

Dhaddachi obbo Jawaar Siraaj Mahaammad faa yaada himatamtootaa caqasuuf har'atti beellamamee ture addaan citee beellamni ka biraan kennamee jira.

Dhaddachi Mana-murtii Obbo Jawaar Mohammed faa Har'aa Addaan Cite
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:58 0:00

Dhaddachichi kan addaan citeef maatiin himatamootaa fi namoonni dhaddacha hordofuuf dhufan uffata keelloo uffatan jedhaman akka hin seenne dhoorkamuu fi isaan kaan irraa hidhamuu himatamtootarraa komiin waan dhiyaateefi jedhame.

Manichi murtiis rakkooleen har'a uumaman furamanii, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti gaafa Amajjii 27 bara 2013tti dhaddacha biraan ilaaluuf beellama biraa kennee jira.

XS
SM
MD
LG