Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Sochii Biliisummaa Oromoo Oromiyaa Keessatti Dorgoma


Paaartiiee Oromoo Filannoo guutuu biyyaa baatii Waxabajjii dhufu gaggeeffamuutti hirmaatu inni Arfaffaan Sochii Bilisummaa Oromoo jedhama.Erga hundeeffamee waggaa lama hin guunnee jedhu dura ta'aa paartiichaa Obbo Darajjee Baqqalaa Guddataa.

Qophii fi komii paartiin kun kan ibsan Obba Darajjeen, mootummaa irraa dhiibbaa nu irra ga'uun filannoof qophii tokko iyyu gochaa hin jirru jedhan.

Paartiin Badhaadhinaa kana irrattideebii kenneen paartiin Obbo Drajjee faa jiraachuu iyyu hin beeknu jedhee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Paartiin Sochii Biliisummaa Oromoo Oromiyaa Keessatti Dorgoma
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:22 0:00


XS
SM
MD
LG