Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Amboo Filannoo  Biyyaalessaaf Galmeessamanii fi Hin Galmeessamiin Maal Maal Jedhu?


Faayilii - Magaalaa Amboo
Faayilii - Magaalaa Amboo

Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaan Baatii dhufu keessa geggeessamuuf jiru ilaalchisee, jiraattotni magaalaa Amboo tokko tokko filachuuf qophaa’uu isaanii dubbatu, warri kaan ammoo “hin filannu” jedhu.

Namootni tokko tokko “Paartii Siyaasaa nuuf taha, nuuf hojjata jennu ni filanna, kanneen jedhan akkuma jiran, “sababaa Paartileen morkattootaa hedduun filannoo kanarratti hin hirmaanneef hin filannu,” kanneen jedhanillee ni jiran. Naakoor Malkaatu yaada jiraattotaa Ambo irraa haga tokkoo walitti qabe.

Jiraattonni Amboo Filannoo  Biyyaalessaaf Galmeessamanii fi Hin Galmeessamiin Maal Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:53 0:00


XS
SM
MD
LG