Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hawaasni Oromoo Minesootaa fi Naannawa Ishee Jiraatu Irreecha Ayyaaneffate 


Hawaasni Oromoo Minesootaa fi Naannawa Ishee Jiraatu Irreecha Ayyaaneffate 
Hawaasni Oromoo Minesootaa fi Naannawa Ishee Jiraatu Irreecha Ayyaaneffate 

Lammiwwan Oromoo Minesootaa naannawa ishee jiru Sanbata dabre kana Hora Nokoomoositti walga’iidhaan akkuma waggaa waggaatti barsiifate Irreecha ayyaaneffatee jira.

Hayyoota aadaa, maanguddoota, dargaggoota, shamarranii fi ijoollee dabalee qaamawwan hawaasaa adddaa, akkasumas, lammiin Oromoo hin ta’iinii fi aadaa uummatichaa jaallatan ayyaanicha irratti argamanii turan.

Gabaasaan VOA hirmaattota keessaa haga tokko dubbisuudhaan gabaasaa qindeesse caqasaa.

Hawaasni Oromoo Minesootaa fi Naannawa Ishee Jiraatu Irreecha Ayyaaneffate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:14 0:00


XS
SM
MD
LG