Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Finfinnee Kaleessa Deggersa Mootummaaf Bahan Miidiyaale Sadarkaa Addunyaa Balaaleffatan


Jiraattonni Finfinnee Kaleessa Deggersa Mootummaaf Bahan Miidiyaale Sadarkaa Addunyaa Balaaleffatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:17 0:00

Dilbata dabre jechuun Sadaasa 7, bara 2021 jiraattonni magaalaa Fiffinnee waltajjii Masqalaatti bahuudhaan mootummaaf deggersa isaanii ibsanii jiran. Hiriiricha irratti sabaa-himaalee sadarkaa addunyaa, “gabaasaalee gama tokkoo looganii fi dogoggoroo tahan dhiheessu” ittiin jedhan balaaleffatanii jiran.

Kan mormii uummataa kana irratti dubbatan kantiibaan magaalaa Fifinnee, Adaanech Abeebee biyyoonni addunyaa gama Dhihaa Itiyoophiyaa irratti ilaalcha dogoggoraa akka qabaatan carraaqqii danda’an hunda godhanii jiru,” jedhan.

XS
SM
MD
LG