Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fiilmiin Seenaa Gaaddisaa Hirphasaa Irratti Hundaa’ee Hojjetame Finfinneetti Agarsiisaaf  Dhihaate  


Fiilmiin Seenaa Gaaddisaa Hirphasaarratti xiyyeeffatee qophaaye jidduu kana magaalaa Finfinnee, Giddu-gala Aadaa Oromootti Uummataaf dhihaatee eebbifamee jira.

Fiilmiin ‘Gaddi’ jedhame kana hojjechuuf waggaa tokko akka itti fudhate ka dubbatu barreessaa fi qophessaan fiilmichaa Bisraat Geetaachew fiilmichi seenaa Gaaddisaarratti haa xiyyeeffatu malee bifa diraamaan waantota adda addaa ka dabalate tahuu VOAtti hime.

Fiqiruu Daadhii immoo taatoo fiilmichaa qooda abbaa seenichaa Gaaddisaa Hirphasaa fudhachuun hojjete yoo tahu fiilmichi hojjechuuf hedduu dhama’uu isaanii ibsee, gaafa fiilmichi eebbisamus rakkoon teeknikaa mudate mudate daawwattootas, isaanis mufachiisuu eeree jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Fiilmiin Seenaa Gaaddisaa Hirphasaa Irratti Hundaa’ee Hojjetame Finfinneetti Agarsiisaaf  Dhihaate
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:04 0:00


XS
SM
MD
LG