Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiileen Sudaan Kibbaa lolaadhaan miidhamaa jiru


Faayilii - Namoota lolaadhan miidhaman, Sudaan Kibbaa, Fulbaana 29, 2021
Faayilii - Namoota lolaadhan miidhaman, Sudaan Kibbaa, Fulbaana 29, 2021

Lammiileen Sudaan kibbaa 800,000 ta’an sababaa rooba cimaatiin lageewwan guutaanii lolaa uumameen miidhamuun isaanii gabaasameera.

Keessumaa kutaa biyyattii Joongilee, Yuuniiti fi Apper naayil keessatti rakkinichi akka hamaa ta’ee gabaasi Sheyila Poonee Jubbaa irraa qindeessite ibseera.

Akka gabaasin kun jedhutti balaa lolaa kanaan laftii qotiinsaa, manootiin, omishin midhaanii miidhamuu isaanii, du’iinsii beelladootaa , caccabiinsii karaa fi riqichaa gara caalaan kutaa biyyaa Joongilee keessatii uumameera.

XS
SM
MD
LG