Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Haacaaluutti Shakkamtee kan Himatamte Laamroot akka Wabiin Hiikamtu Manni-murtii Murteesse 


Artiist Haacaaluu Hundeessaa (Suuraa faayilii)

Ajjeechaa weellisaa Haacaaluu Hundeessaan shakkamtee toora afuraffaarratti kan himatamte, Laamroot Kamaal, akka mirga wabiin hiikamtu Manni Murtii Olaanaa Federaalaa har’a murteesse.

Dubbi-himaan Ministeera Haqaa, Obbo Awwal Sulxaan ragaalee ittisaa himatamtuu dhaggeeffachuuf, manni murtichaa Sadaasa 23 fi 24tti beellameera jechuun Sagalee Ameerikaatti himanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ajjeechaa Haacaaluutti Shakkamtee kan Himatamte Laamroot akka Wabiin Hiikamtu Manni-murtii Murteesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:49 0:00


Yaadawwan Ilaali (5)

XS
SM
MD
LG