Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ambaasaaddarri Yunaaytid Isteetes Haala Yeroo Ammaa Itiyoophiyaa Keessaa Ilaalchisee Ibsa Kennan


Itiyoopoiyaatti ambaasaaddarri Amerikaa Maaykil Rayner
Itiyoopoiyaatti ambaasaaddarri Amerikaa Maaykil Rayner

Jeequmsii fi hookkarri daangaa ammaan dura Oromiyaa fi bulchiinsa naannoo somaalee keessatti uumamee akkasumas torbanneen darban keessa bakkawwan adda addaati ka dhaqqabe kan isaan yaaddesse ta’uu Itiyoopoiyaatti ambaasaaddarri Amerikaa Maaykil Rayner ibsanii jiru.

Dhimma yeroo ilaalchisees angawoota biyyattii waliin dubbataa kan jiran ta’uu ambasaddarichi Ameerikaa haaraan Finfinnee keessatti ibsan.

Mootummaan Itiyoopiyaa seera farra shorokeessummaa haala inni itti fayyadamaa jiru biyyaa isaanii kan yaaddessu ta’u fi dhimmi namoota yaada isaanii walabummaan ibsachuu irraan kan ka’e hidhamanii jiranis sirriitti ilaalamuu akka qabu hubachisan.

Mootummaan Itiyoophiyaa paartilee mormituu waliin mariin gaggeessaa jiru gaarii ta’u isaa fi kanneen biros kan hirmaachisee ta’u akka qabu dubbatan.

Gabaasa Finfinnee irraa ergamee caqasaa

Ambaasaaddarri Yunaaytid Isteetes Haala Yeroo Ammaa Itiyoophiyaa Keessaa Ilaalchisee Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:00 0:00

Itoophiyaatti Ambaasaaddariin Yunaaytid Isteets Wixinee Seeraa HR 128 Laalchisee Yaada Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00

XS
SM
MD
LG