Xurree ittiin seenan

Breaking News

Arbanyooch Gimbaar Ginboot Torba Irraa Adda Baane Jedha.Gamnii Kaan Immoo Soba Jedhe


Akkataa qabiinsa maallaqaa iftoominni itti hanqatee fi rakkoo hooggansaan kan ka’e Addi Arbenyooch jedhamu Ginbot 7 irraa Fulbaana 13 irraa qabee adda ba’uu beeksisee jira. Arbenyooch Ginbot 7 gama isaan gamtaa isa kam waliinuu adda hin bane jechaa jira.

Ibsa sana kan kennan kana dura rakkoo naamusaan miseensota sochii sana keessaa ari’aman kan jedhan itti gaafatamaa quunnamtii alaa Arbenyoch Ginbot 7 obbo Amsaaluu Tseggaa ti. Aster Misgaanaaw Bahir Daar irraa gabaase.

Arbanyooch Gimbaar Ginboot Torba Irraa Adda Baane Jedha.Gamnii Kaan Immoo Soba Jedhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:52 0:00

XS
SM
MD
LG