Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atleet Fayyisaa Leellisaa Biyyatti Deebi'e


Gabaasan VOA Jamaal Muktaar atleet Fayyisaa Leellisaa yeroo dubbisu, Finfinnee, Itoophiyaa
Gabaasan VOA Jamaal Muktaar atleet Fayyisaa Leellisaa yeroo dubbisu, Finfinnee, Itoophiyaa

Yaroo waraaqasa didaa naannoo oromiyaa keessa dorgomii figichaa olompikii riyootti harka ol kaasee malattoo mormii agarsiisuun kan akka dorgomiif baheen biyya alaatti hafe Atileet Fayyisaa Leellisaa biyyatti gale.

Fayyisaan turtii Raadiyoo sagalee Ameerika waliin taasiseen akka jedhetti Guyyan kun akka dhihootti dhufuu malu abdiin qaba ture jedha.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

Atleet Fayyisaa Leellisaa Biyyatti Deebi'e
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:16 0:00

XS
SM
MD
LG