Xurree ittiin seenan

Breaking News

Awaash Guutee Namoota Kuma Kudhanii Oli Irra Miidhaa Geessise 


Galoo laga Awaashin godinaalee Oromiyaa shan keessatti namoonni miidhaman (Suuraa faayilii)
Galoo laga Awaashin godinaalee Oromiyaa shan keessatti namoonni miidhaman (Suuraa faayilii)

Lagni Awaash guutee godinaalee Oromiyaa shan keessatti namoota kuma kudhanii ol irratti miidhaa geessisuu isaa Koomishiniin Hooggansa Balaa Tasaa Oromiyaa beeksisee jira.

Awaash Guutee Namoota Kuma Kudhanii Oli Irra Miidhaa Geessise
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:41 0:00

Rakkon kana hanqisuuf yaaliin namoota bakka balaa irraa dursanii kaasuu hojjatamus lafti qonnaa hektaara dhibba tokko fi jaatamaa ol laga guutee irra baheen manca’uun himamee jira.


XS
SM
MD
LG