Xurree ittiin seenan

Breaking News

Taaboree’: Ayyaana Waggaa Ijoolleef Ayyaaneffamu 


Taaboree kan kabajatan ijoollee umuriin isaanii 9 hanga 16 jirani. Hayyuun Seenaafi Aadaa Oromoo Obbo Charinnat Waaqwayyaa akka jedhanitti, Taaboree jechuun, “Ta Boorii”, “Nama borii” jechuu dha.

Ayyaanota uummata Oromoo biratti beekaman keessaa ayyaanni “Taaboree” tokko tahuullee dubbatu. Bara kana guyyaa har’aa ayyaaneffame, Taaboreen. Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

Taaboree’: Ayyaana Waggaa Ijoolleef Ayyaaneffamu
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:13 0:00


XS
SM
MD
LG