Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muudamnii Angoo Kenname Ija Heera Biyyattiin Attamitti Ilaalama? Xiinxala


Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimad Kibxata Hagayya 18 bara 2020 Kaabinee isaanii keessatti jijjirraa aangoo 11 gochuu isaanii gabaafamee ture.

Mummichi ministeera namoota keessumaa sadarkaa Ministeeraaf kaadhimmatan gara mana maree bakka bu'oota uummataatti dhiyeessanii raggaasisuun dura ofii muuduu hin danda'an jechuun Yunivarsitii Finfinnee, faakaaltii seeraatti gargaaraa profesaraa kan ta'an Jeetuu Iddosaa xinxala gama isaanii kennanii jiru.

Muudama waajira abba alangaa walii galaa kan Federaalaa kan ilaaleenis seerri dhiyeenya ba'e Mummichi ministeeraa eega nama qopheessanii booda mana maree Federeshinitti eega dhiyeessanii booda mana maree seera baastuu Federeeshiniitu raggaasiisuu qaba jedhamee jira.

Nama hojii uummataa hojjatuu moo hojii mummichi ministeeraa barbaadan hojjatuutu muudama inni jedhu gaaffii ta'uun ibsamee jira.

Bulchaa ykn kantibaa magaalaa Finfinnee kan filamuu miseensoota kawunsilii bulchiinsaa magaalaa keessaa ta'u akka qabu, garu itti aanaan muudamua alaa ta'u akka danda'uu ibsamee jira.

Gaaffii fi Deebii Guutuu Caqasaa.

Muudamnii Angoo Kenname Ija Heera Biyyattiin Attamitti Ilaalama? Xiinxala
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:41 0:00


XS
SM
MD
LG