Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Id Al Adahaa (Arafaa) Fininneetti Sirna How'aan Kabajame 


Kitaabolee Afaan Oromoo hedduu barreessuun ka beekaman barreessaa Gaaddisaa Birruu Waaqaa umurii isaanii waggaa 63tti addunyaa kanarraa du’aan boqotan.
Kitaabolee Afaan Oromoo hedduu barreessuun ka beekaman barreessaa Gaaddisaa Birruu Waaqaa umurii isaanii waggaa 63tti addunyaa kanarraa du’aan boqotan.

Ayyaanni Id Al Adahaa yookaan Arafaa waggaa kuma tokkoo fi dhibba afurii fi afurtamii lammaffaan har’a Itiyoophiyaa keessatti sirnawwan adda addaatiin kabajamee oole. Keessummaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee keessatti bakka hordoftoonni amantii Islaamaa, abbootiin amantii fi keessummoonni bioroon argamanitti sirna miidhagaadhaan ayyaneffamee jira.

Ka sirnicha irratti dhaamsa dabarsan prezidaantiin Mana-maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Muftii Dursaan Hajii Umar Idiris, “ayyaanni Arafaa ayyaana waliif how’uu, kan Tokkummaa fi waloo ti,” jedhan. Tsahaay Daamxoo Finfinnee irraa gabaasaa qabdi.

Ayyaanni Id Al Adahaa (Arafaa) Fininneetti Sirna How'aan Kabajame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00


XS
SM
MD
LG