Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Baqattoota Solooloodhaa Ofirra Deebi’an Gara Qe’ee Isaaniitti deebisneerra’ – Aanaa Mooyyalee


Ajjeechaa Moyyaaleetti ta'een booda lammileen Oromoo Keeniyaatti baqatan amma Solooloo bakka Dambalaa Fachaanaa jedhamu jiru

Bulchiinsi Aanaa Mooyyalee baqattoota Mooyyalee baqatanii Keeniyaa Solooloo turan gara gandoota isaaniitti deebisuu beeksise.

Bulchaan Aana Mooyyalee Obbo Baaggajja Morgee baqattoota Sanbata darbe mootummaan Keeniyaa gara Mooyyaleetti deebise mara qe’ee isaaniitti deebisuu himan.

Gabaasa Galmoo Daawit dhaggeeffadha.

‘Baqattoota Solooloodhaa Ofirra Deebi’an Gara Qe’ee Isaaniitti deebisneerra’ – Aanaa Mooyyalee
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:39 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG